oromoo – أورومي

Islamic content in oromoo language …… محتوى إسلامي باللغة oromoo – أورومي
AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU

AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU

AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU – مختصر شرح تسهيل العقيدة الإسلامية   Oromigna (Oromo) – أورومي


SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN – حياة الصحابة العشرة المبشرون بالجنة Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du’a isaaniitti ibsame. Oromigna (Oromo) – أورومي


SEENAA NABIYYII GAAFI 440 FI DEEBISAA

SEENAA NABIYYII GAAFI 440 FI DEEBISAA

SEENAA NABIYYII GAAFI 440 FI DEEBISAA – سيرة الرسول صلى الله عليه وسلم – ٤٤٠ سؤال وجواب Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي


Heera Hajjii fii Umrah

Heera Hajjii fii Umrah

Heera Hajjii fii Umrah – صفة الحج والعمرة kitaaba kana keessatti barnoota hajjiifii umraattu bifa gabaabaan dhihaata. suuraaleen gargaaramee nama hubachiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي


SEENAA QUR'AANA KEESSAA

SEENAA QUR’AANA KEESSAA

SEENAA QUR’AANA KEESSAA – القصص القرآني Oduun nabiyyootaafii ummata durii babbareedaan gorsa guddaa qabu hedduutu qur’aana keessatti dhufee jira. Kitaabni kuni kanarraa dubbata. Oromigna (Oromo) – أورومي


QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA – كيف تقرأ القرآن؟ Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur ‘aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur ‘aanaa (tajwiidaa) bal’ inaan uf keessaa qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي


Soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa

Soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa

soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa – صوم رمضان فضله وآدابه وأحكامه Kitaabni kun waayee barnoota soomanaa guutuu uf keessaa qaba. Akkasuma barnoota iidaa, zakaa fixrii nama barsiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي


tohiida karaa laafaan qophaaye

Tohiida karaa laafaan qophaaye

Tohiida karaa laafaan qophaaye – التوحيد الميسر kitaaba kana keessatti hikkaa towhiidaa darajaa towhiidaa barbaachisummaa isaa qoodaa isaa tiifii kkf ibsame Oromigna (Oromo) – أورومي


Barnoota Dubartii Muslimaa

Barnoota Dubartii Muslimaa

Barnoota Dubartii Muslimaa – أحكام المسلمات Sagantaan kun barnoota dubartii muslimaa kan akkaa waayee xahaaraa, dhiiga baatii fi dayuumsaa, barnoota hijaabaa (hagooggii) fi kkf uf kessaa qab Oromo) – أورومي  


HADIISA 30 DUBARTOOTAAF

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF – ثلاثون حديثا في أحكام النساء  Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu’ureeffate uf keessaa qaba.   Oromigna (Oromo) – أورومي


barnoota salaataa

Barnoota salaataa

Barnoota salaataa – تعليم الصلاة kitaabni kuni barnoota salaataa guutuu nama barsiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي   A Guide for the New Muslim


Aqiidaa kee qabadhu

Aqiidaa kee qabadhu

Aqiidaa kee qabadhu – خذ عقيدتك من الكتاب والسنة Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte. Oromigna (Oromo) – أورومي


Xahaaraa fi Salaata

Xahaaraa fi Salaata

Xahaaraa fi Salaata – الصلاة و الطهارة Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba.   Oromigna (Oromo) – أورومي A Guide for the New Muslim


hisnul muslim

Hisnul Muslim New

Hisnul Muslim New – حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنة Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira   Oromigna (Oromo) – أورومي


Hisnul Muslim afaan oromoo kitaabban

Hisnul Muslim oromo

Hisnul Muslim afaan oromoo kitaabban حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنة – أورومي Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira Oromigna (Oromo) – أورومي Number of Pages: 154


QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA

QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA

QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA تفسير العشر الأخير من القرآن الكريم ويليه أحكام تهم المسلم Oromigna (Oromo) – أورومي Number of Pages: 68


The Key to understanding Islam

The Key to understanding Islam … 29 Language(s)

The Key to understanding Islam المفتاح لفهم الإسلام by Abdul-Rahman Al-Sheha (Author) متوفر في 29 لغة 29 Language(s) available :   1 – المفتاح لفهم الإسلام العربية (Arabic) 2 – The Key to understanding Islam English (Eng) 3 – La Clef Pour Comprendre I’Islam Français (French) 4 – La llave para comprender el Islam Español (Spanish) 5 […]


A Brief Illustrated Guide to Understanding Islam

A Brief Illustrated Guide to Understanding Islam… 54 Language(s)

A Brief Illustrated Guide to Understanding Islam دليل مصور ومختصر لفهم الإسلام  by I. A. Ibrahim (Author)   المؤلف : أ . أ .إبراهيم This is a book in 54 Language(s) shows for the non-Muslims who would like to understand Islam, Muslims, and other facets of Islam. متوفر في 54 لغة 54 Language(s) available 01 – دليل […]


UNDERSTANDING ISLAM

UNDERSTANDING ISLAM… 9 Language(s)

UNDERSTANDING ISLAM فهم الاسلام متوفر في 9 لغة 9 Language(s) available 1 – Understanding ‘Islam English (Eng) 2 – COMPRENDRE L’ISLAM Français (French) 3 – ENTENDIENDIENDO EL ISLAM Español (Spanish) 4 – Verständnis für den Islam Deutsch (German) 5 – POROZUMĚNÍ ISLÁM Čeština (Czech) 6 – Понимая мусульманство Русский (Russian) 7 – Pag – unawa […]


سورة الفاتحة (Fatihah) مكرر 3 مرات مترجمة للغة أرومو

سورة الفاتحة (Fatihah) مكرر 3 مرات مترجمة للغة أرومو

The Holy Quran Surah Al-Fatihah Arabic and Oromo translation HD Repeat three times The Holy Quran Recitation of the Holy Quran by Sheikh : Mohammed Siddique Al-Manshawi Surat Al-Fatih translated  HD Repeat three times تلاوة من القرآن الكريم للقارئ الشيخ محمد صديق المنشاوي سورة الفاتحة مكرر 3 مرات مترجم باللغة أرومو The New Muslim Guide


WP Radio
WP Radio
OFFLINE LIVE