oromoo – أورومي
Islamic content in oromoo language …… محتوى إسلامي باللغة oromoo – أورومي
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN – حياة الصحابة العشرة المبشرون بالجنة Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du’a isaaniitti ibsame. Oromigna (Oromo) – أورومي
SEENAA NABIYYII GAAFI 440 FI DEEBISAA
SEENAA NABIYYII GAAFI 440 FI DEEBISAA – سيرة الرسول صلى الله عليه وسلم – ٤٤٠ سؤال وجواب Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي
Heera Hajjii fii Umrah
Heera Hajjii fii Umrah – صفة الحج والعمرة kitaaba kana keessatti barnoota hajjiifii umraattu bifa gabaabaan dhihaata. suuraaleen gargaaramee nama hubachiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي
SEENAA QUR’AANA KEESSAA
SEENAA QUR’AANA KEESSAA – القصص القرآني Oduun nabiyyootaafii ummata durii babbareedaan gorsa guddaa qabu hedduutu qur’aana keessatti dhufee jira. Kitaabni kuni kanarraa dubbata. Oromigna (Oromo) – أورومي
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA – كيف تقرأ القرآن؟ Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur ‘aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur ‘aanaa (tajwiidaa) bal’ inaan uf keessaa qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي
Soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa
soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa – صوم رمضان فضله وآدابه وأحكامه Kitaabni kun waayee barnoota soomanaa guutuu uf keessaa qaba. Akkasuma barnoota iidaa, zakaa fixrii nama barsiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي
Tohiida karaa laafaan qophaaye
Tohiida karaa laafaan qophaaye – التوحيد الميسر kitaaba kana keessatti hikkaa towhiidaa darajaa towhiidaa barbaachisummaa isaa qoodaa isaa tiifii kkf ibsame Oromigna (Oromo) – أورومي
Barnoota Dubartii Muslimaa
Barnoota Dubartii Muslimaa – أحكام المسلمات Sagantaan kun barnoota dubartii muslimaa kan akkaa waayee xahaaraa, dhiiga baatii fi dayuumsaa, barnoota hijaabaa (hagooggii) fi kkf uf kessaa qab Oromo) – أورومي
HADIISA 30 DUBARTOOTAAF
HADIISA 30 DUBARTOOTAAF – ثلاثون حديثا في أحكام النساء Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu’ureeffate uf keessaa qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي
Barnoota salaataa
Barnoota salaataa – تعليم الصلاة kitaabni kuni barnoota salaataa guutuu nama barsiisa. Oromigna (Oromo) – أورومي A Guide for the New Muslim
Aqiidaa kee qabadhu
Aqiidaa kee qabadhu – خذ عقيدتك من الكتاب والسنة Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte. Oromigna (Oromo) – أورومي
Xahaaraa fi Salaata
Xahaaraa fi Salaata – الصلاة و الطهارة Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba. Oromigna (Oromo) – أورومي A Guide for the New Muslim
Hisnul Muslim New
Hisnul Muslim New – حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنة Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira Oromigna (Oromo) – أورومي
Hisnul Muslim oromo
Hisnul Muslim afaan oromoo kitaabban حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنة – أورومي Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira Oromigna (Oromo) – أورومي Number of Pages: 154
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA تفسير العشر الأخير من القرآن الكريم ويليه أحكام تهم المسلم Oromigna (Oromo) – أورومي Number of Pages: 68
The Key to understanding Islam … 29 Language(s)
The Key to understanding Islam المفتاح لفهم الإسلام by Abdul-Rahman Al-Sheha (Author) متوفر في 29 لغة 29 Language(s) available : 1 – المفتاح لفهم الإسلام العربية (Arabic) 2 – The Key to understanding Islam English (Eng) 3 – La Clef Pour Comprendre I’Islam Français (French) 4 – La llave para comprender el Islam Español (Spanish) 5 […]
A Brief Illustrated Guide to Understanding Islam… 54 Language(s)
A Brief Illustrated Guide to Understanding Islam دليل مصور ومختصر لفهم الإسلام by I. A. Ibrahim (Author) المؤلف : أ . أ .إبراهيم This is a book in 54 Language(s) shows for the non-Muslims who would like to understand Islam, Muslims, and other facets of Islam. متوفر في 54 لغة 54 Language(s) available 01 – دليل […]
UNDERSTANDING ISLAM… 9 Language(s)
UNDERSTANDING ISLAM فهم الاسلام متوفر في 9 لغة 9 Language(s) available 1 – Understanding ‘Islam English (Eng) 2 – COMPRENDRE L’ISLAM Français (French) 3 – ENTENDIENDIENDO EL ISLAM Español (Spanish) 4 – Verständnis für den Islam Deutsch (German) 5 – POROZUMĚNÍ ISLÁM Čeština (Czech) 6 – Понимая мусульманство Русский (Russian) 7 – Pag – unawa […]
سورة الفاتحة (Fatihah) مكرر 3 مرات مترجمة للغة أرومو
The Holy Quran Surah Al-Fatihah Arabic and Oromo translation HD Repeat three times The Holy Quran Recitation of the Holy Quran by Sheikh : Mohammed Siddique Al-Manshawi Surat Al-Fatih translated HD Repeat three times تلاوة من القرآن الكريم للقارئ الشيخ محمد صديق المنشاوي سورة الفاتحة مكرر 3 مرات مترجم باللغة أرومو The New Muslim Guide